Saagi

Bafatii kun, galmeewwan Fakkasaa keessatti akka ati maalimaawwan, isaaniis, saxaatoo fi qajeelfama saagduu siif hayyama.

Islaayidii

Fuula filatamee booda fuula duwwaa saaga.

Duplicate Duplicate Slide

Islaayidii ammaa booda garagalch islaayidichaa galcha.

Baqqaana

Galmee keessatti baqqaana haaraa galcha. Baqqaanoonni Fakkasa qofaan argamu Impireesiin osoo hin ta'in.

Tuqaa/Sarara Ariitii Saagi

Qaphxii ariitii yookiin sarara ariitii (qajeelcha jedhamuun kana beekaman) kan wantoota saffisaan hiriirsuusi dadeessaan.

Dirrewwan

Dirrewwan waliini kan islaayidii kee keessati saaguu andeessuu tarressa.

Yaada

Inserts a comment around the selected text or at the current cursor position.

Arfii Addayaa

Allows a user to insert characters from the range of symbols found in the installed fonts.

Mallattoo Dhaangi'aa

Opens a submenu to insert special formatting marks like non-breaking space, soft hyphen, and optional break.

Geessituu

Opens a dialog that enables you to create and edit hyperlinks.

Gabatee

Gabate haaraa islaayidicha yookin fuulicha ammaa keessa saaga.

Irradeebii

The submenu presents various sources that an image, audio or video can be insert from.

Audio or Video

Inserts a video or audio file into your document.

Wanta

Inserts an embedded object into your document, including formulas, 3D models, charts and OLE objects.

Taattoo

Taattoo saaga.

Godayyaa Bololi'aa

Goodayyaa bololi'aa galmee ammee keessatti saaga. Goodayyaawwan bololi'aan qabeentoota faayilii biroo agarsiisuuf galmeewwan HTML keessatti fayyadu. Gooayyaawwan bololi'aan Naanneessaa 4.x. tiin hin deeggaramne.

Faayilii

Faayilii gara islaayidii ka'aati saaga. Galmee yookiin faayilii barreeffama HTML irraa fakkasaa. LibreOffice yookiin faayilii Impressi yookiin barreeffama saaguu dandeessa.